Harka fuune akkam jirtu? Carraa hojii online kun akka isin hin dabarre isiniin jenna.
Sensa Carraa hojii online
Akkuma beekkamu dhaabbanni keeysan Daminaa Tech Barumsa online'n ogummaa akkataa itti online irraa galii ittii hojjettan barsiisaa turuun keenya ni beekkama. Gama kaaniin immoo plat-form Tirushop uumuudhaan namoota fedhii qabaniif website monetize ta'e galii yuuroodhaan hojjetu banaa jirra. Maarree marsaa jalqabaatiif carraa nama shantamaaf kan qabanne yommuu ta'u bu'uura kanaanis namoota 40 gahaaniif website monetize ta'e banameefii guyyatti yuuroo 1 hanga 10 fi isaa ol hojjetaa jiru.
Kafaltiin yoom egalama? Haalli kafaltii hoo akkami?
Kafaltiin gaafa November 30 irraa kaasee kan jalqabu yommuu ta'u kafaltiin xiqqaan website tokkoo ji'atti yuuroo 15 fi isaa oli. Haalli kafaltiin itti kafalamu immoo November 30 irraa kaasee ji'a ji'aan akkawuntii keessanitti kan seenuu ta'a.
Hojiin kun akkamitti hojjetama? Eenyuutu hojii kanaan milkaawa?
Hojiin kun Website erga uumamee booda monetize godhamee isiniif kennama. Erga isiniif kennamee booda barreeffama adda addaa website keessan irratti post gochuudhaan waan post gootan (linkii website keessani jechuudhaa) ammoo miidiyaa hawaasummaa keessan jechuunis telegram, Facebook, TikTok, LinkedIn fi kkf irrattii share gochuudhaan hiriyoonni keessan akka isiniif ilaalaan afeerudhaan 'view' keessan ol kaastan jechuudha.
Hubachisa Carraa hojii online
Hub: Namoonni siif ilaalaan sunniin ilaalanii wanta isin maxxansitan dubbisuu malee homtuu irraa hin eegamu garuu website'chi monetize godhaa deema jechuudha.
Namonni hirmaachuu barbaaddan lak. bilbilaa 0969707070 irratti bilbiluun gaafii kamuu qabdan gaafachuu dandessu.
Hub: Hubannoo bal'aaf chaanalii Tirushop kan telegramaa makamaa https://t.me/mhaagj armaan gadii daawadhaa
- https://www.tirushop.com/online-marketing-deminaa-tech/
- https://www.haslaw.tirushop.com
- https://www.bokkuu.tirushop.com
- https://affiliate.tirushop.com
- https://dirree.tirushop.com
- https://www.moonerra.tirushop.com/
- https://sudeys.tirushop.com/

